http://rss.dw.com/xml/rss-amh-news

Advertisements
Standard

የኤርትራው ፕሬዝዳንት ወደ ጎንደር ከተማ ሊሄዱ ነው

የኤርትራው ፕሬዝዳንት ወደ ጎንደር ከተማ ሊሄዱ ነው https://amharic.ethsat.com/%e1%8b%a8%e1%8a%a4%e1%88%ad%e1%89%b5%e1%88%ab%e1%8b%8d-%e1%8d%95%e1%88%ac%e1%8b%9d%e1%8b%b3%e1%8a%95%e1%89%b5-%e1%8b%88%e1%8b%b0-%e1%8c%8e%e1%8a%95%e1%8b%b0%e1%88%ad jiloo qoco-%e1%8a%a8%e1%89%b0%e1%88%9b/

Standard

ABO ; jaaleewwan kanneen ufkeessaa hin qabnnee mee maal jennee simannaa?

Diimaa Nagaw

Xahaa Abdii

Bayaan Asoobaa

Galaasa Diliboo

Nadhii Gamadaa

Lenchoo Baatii

Hassan Husseen

Moo saala hin beekan jarrii shannee uffiin jedhu kun? Jaalwwaan kaneenii kumaatama facaasanii amma yoo lafa dhiitan xiqishoollee hin qaanawanii.

Standard

Ejjannoon waarra Baalee sirrii dha.

ABO eenyuu ?

  1. ABO jechuun :

Shanee, shantamee, kudha shanee

Tokommee, jijjiramaa miti.

ABOn oromo beeytuuf kabajaa qabduuf ;

ABO; Bilisummaa,walabbummaa,Eenyummaa Tokkummaa fi hegree oromootiif, faydaaf fedhii dhuunfaa maalee, lubbufii jiruu isaanii qabsoo oromotiif wareega baasan, kan maatii isaani hiyyoomsaniif yatiima godhan

Kaniin akka;

Magarsaaa barii

Elemoo Qilxuu

Abomaa Mitikuu

Nadhii Gamadaa

Baaroo Tumsaa

Guutamaa Hawaas

Kinfee Hindheessa

Jaarra Abba Gadaa

Eebisaa Adunyaa

Usmaayyoo Mussaa. Akkasumas qeerrof qarree amata dheeraaf lubbuuf qaamaa isaanii gabaran, Haawwaniif abbootii ilmaan isaanii akka ija’atti laalani oromoo zakaa baasani,

Malee kaniin tookumma ABO diiguu bira dabraan oromo diiguuf karorfataan hin beeynu

Kabajaaf jaalala oromo barbaadan taanan halduree tokko malee tokkoman asbahuu qabdan .lakki ani ebaluu /garee ebaluu fa’aa wajjiin hin tokkoomun warri jettan yoo jiraattan ammo yerroon ulee dabarsitanii kabajaan soorama bahuu dhaan ummata hanga qabsooftaniif irraa gattii ifaajee/ laffaattii teesanii fudhachuu dha

President Isaias due to visit Ethiopian Amhara state

President Isaias due to visit Ethiopian Amhara state

The Eritrean President Isaias Afeworki is due to visit the city of Gondar and Bahir Dar in the Ethiopian Amhara state on the fall of this week. Prime Minister Abiy Ahmed and higher officials from the state will welcome President Isaias in the city of Gondar on the coming Firiday. During his stay in Gondar, the president is expected to vist historical place and developmental activities, City’s Administration Communication head, Tesfaye Moges said. The city is home to many Eritreans, who are engaged in different income earning works. The President will also move Bahir Dar, the state’s capital after he done the business in Gondar.

http://www.waltainfo.com/news/editors_pick/detail?cid=43578&locale=en

— gReader

Standard